Galmee Hadisotaa

dabaltii
hojiin kamuu kan madaalamu niyyaadhaani, hunda namaatiifuu woma niyyate qofaatu isaaf jira
“Amantii keenya kana keessatti waan isa keessa hin jirre namni argamsiise inni isuma irratti deebifamaadha
islaama jechuun Allaaha malee haqaan gabbaramaan hin jiru, Muhammad immoo ergamaa Allaahaati jettee ragaa ba'uudha, salaata dhaabuudha, zakaa kennachuudha, ramadaana soomuudha, yoo karaa dandeesse mana Rabbii hajja'uudha
“Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
Haqni Rabbii kan gabroota Isaa irra jiru Isa gabbaruu fi homaa Isatti qindeessuu dhabuudha, haqni gabroonni Rabbirraa qaban immoo nama Isatti homaa hin qindeessine azzabuu dhabuudha
Eenyunuu qalbii isaa irraa dhugoomsee haqaan gabbaramaan Rabbiin malee akka hin jirre Muhammad immoo ergamaa Rabbii akka ta'e ragaa ba'eera taanaan Rabbiin ibidda irratti haraama isa taasisu malee hin hafu
Namni Laa Ilaaha Illallaah jedhee, waan Rabbii gaditti gabbaramutti kafare qabeenyi isaatii fi dhiigni isaa haraama ta'a, herregni isaa immoo Rabbiin irra
Namni haala homaa Rabbiitti hin qindeessineen du'e jannata seene, namni haala waa tookko Rabbitti qindeessuun du'e immoo ibidda seene
Namni Rabbiin alatti waan biroo Rabbiif hiriyaa godhee osoo kadhatuu du'e ibidda seena
ati ummata wohii kan worra kitaaba kennaman irraa ta'anitti dhufta, yeroo isaan bira dhuftetti haqaan gabbaramaan Allaaha malee akka hin jirree fi dhugumatti Muhammad ergamaa Allaahaa akka ta'e gara Ragaa ba'utti isaan waami
kaayyoo

Pirojektii Insaayikilooppiidiyaa hadiisa Nabiyyii fi hiikkaa isaanii

Pirojektii guutamaa hadiisa deddeebi’an qabiyyee Islaamaa keessatti tahe filatee haala salphaa fi bal’aa ta’een ibsuudha. Sana booda, akkaataa hojimaata sirrii ta’een qulqullina olaanaadhaan gara afaanota bebbeekamootti hiikamee, karaa jiru hundaan bilisaan akka dhiyaatu taasifameera.

Hiikkaa hadiisa Nabiyyiitiif wabii sadarkaa addunyaa kan bilisaa, amanamaa fi sadarkaa olaanaa qabu argamsiisuu.

mimoorii iletironikii Hiikkaa hadiisaa hiktotaaf argamsiisuu yeroo isaan hiikkaa hojjatan.

Hiikkaa karaa mijjaawu hundaan gara ittifayyadamtootaatti geessuu

Download the encyclopedia content

Download the Prophetic Hadith Encyclopedia content for free, in the language and format you need.

Downloading files indicates acceptance of the Terms and Policies
AR العربية Arabic Excel CSV SQLite
EN English Ingiliffaa Excel CSV SQLite
FR Français Faransaayiffaa Excel CSV SQLite
ES Español ispeeniffaa Excel CSV SQLite
ID Indonesia Indoneziyaffaa Excel CSV SQLite
BN বাংলা bangaaliffaa Excel CSV SQLite
UR اردو Orduu Excel CSV SQLite
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa Excel CSV SQLite
HA Hausa hoosaa Excel CSV SQLite
KU Kurdî kurdiffaa Excel CSV SQLite
TL Tagalog tagaaloogiffaa Excel CSV SQLite
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa Excel CSV SQLite
FA فارسی faarisiffaa Excel CSV SQLite
ZH 中文 chaayiniffaa Excel CSV SQLite
HI हिन्दी afaan Hindii Excel CSV SQLite
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa Excel CSV SQLite
BS Bosanski boosniyaffaa Excel CSV SQLite
RU Русский hiikaa raashiyaa Excel CSV SQLite
TR Türkçe turkiffaa Excel CSV SQLite
PT Português portuugaaliffaa Excel CSV SQLite
ML മലയാളം malayalaamiffaa Excel CSV SQLite
TE తెలుగు tilgoo Excel CSV SQLite
SW Kiswahili sawaahiilii Excel CSV SQLite
TA தமிழ் afaan taamilii Excel CSV SQLite
MY မြန်မာ buurmaaffaa Excel CSV SQLite
TH ไทย taaylaandiffaa Excel CSV SQLite
JA 日本語 jaappaaniffaa Excel CSV SQLite
KY Кыргызча qargiiziffaa Excel CSV SQLite
NE नेपाली neebaaliffaa Excel CSV SQLite
DE Deutsch jarmaniffaa Excel CSV SQLite
PS پښتو bishtuu Excel CSV SQLite
AS অসমীয়া asaamiiffaa Excel CSV SQLite
SQ Shqip albaaniyaffaa Excel CSV SQLite
SV Svenska suweydiffaa Excel CSV SQLite
AM አማርኛ Amaariffaa Excel CSV SQLite
NL Nederlands holaandiyaa Excel CSV SQLite
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa Excel CSV SQLite
YO Yorùbá yoorbaffaa Excel CSV SQLite
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya Excel CSV SQLite
PRS دری daryaffaa Excel CSV SQLite
SR Српски sarbiyaffaa Excel CSV SQLite
SO Soomaali HSomaaliffaa Excel CSV SQLite
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa Excel CSV SQLite
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya Excel CSV SQLite
RO Română roomaniyaffaa Excel CSV SQLite
HU Magyar majriffaa Excel CSV SQLite
CS Čeština cheekiffaa Excel CSV SQLite
MOS Moore الموري Excel CSV SQLite
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa Excel CSV SQLite
FF Fulfulde foolaaniyyaa Excel CSV SQLite
IT Italiano xaaliyaaniffaa Excel CSV SQLite
OM Oromoo Afaan Oromoo Excel CSV SQLite
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa Excel CSV SQLite
WO Wolof الولوف Excel CSV SQLite
BG Български البلغارية Excel CSV SQLite
AZ Azərbaycan azriffaa Excel CSV SQLite
EL Ελληνικά اليونانية Excel CSV SQLite
AK Akan الأكانية Excel CSV SQLite
UZ O‘zbek uzbeekiffaa Excel CSV SQLite
UK Українська okraaniffaa Excel CSV SQLite
KA ქართული الجورجية Excel CSV SQLite
LN Lingala اللينجالا Excel CSV SQLite
MK Македонски المقدونية Excel CSV SQLite
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية Excel CSV SQLite
BM Bambara البامبارية Excel CSV SQLite
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية Excel CSV SQLite
MR मराठी الماراثية Excel CSV SQLite
DA Dansk الدنماركية Excel CSV SQLite
RN Kirundi الكيروندي Excel CSV SQLite
YAO Yao الياو Excel CSV SQLite
KMR Kurmancî الكرمنجية Excel CSV SQLite
MS Bahasa Melayu الملايو Excel CSV SQLite

Our Key Statistics

Explore the latest figures that reflect our reach and engagement with our content. The impact of knowledge and inspiration is visible in our numbers.

More statistics
50+ Languages Supported by the encyclopedia
15+ Million Visits annually
5+ Million API calls monthly
40+ Thousand Translated Hadiths