naamusa dhukkubsataa gaafachuu

1Galmee Hadisotaa

Galmee Hadisotaa 1

Haqni muslimaa muslima irratti waa shani, isaanis: salaamataa deebisuu, dhukkubsataa gaafachuu, janaazaa hordofuu, waamicha owwaachuu fi nama haxxiffateen "Yarhamukallaah" jechuudha