عن معاوية رضي الله عنه قال: سمعت النبي صلى الله عليه وسلم يقول:
«مَنْ يُرِدِ اللهُ بِهِ خَيْرًا يُفَقِّهْهُ فِي الدِّينِ، وَإِنَّمَا أَنَا قَاسِمٌ، وَاللهُ يُعْطِي، وَلَنْ تَزَالَ هَذِهِ الْأُمَّةُ قَائِمَةً عَلَى أَمْرِ اللهِ، لَا يَضُرُّهُمْ مَنْ خَالَفَهُمْ، حَتَّى يَأْتِيَ أَمْرُ اللهِ».

Mu'aawiyaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- nabiyyiidhaa -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e, jedhe:
«Namna Rabbiin toltuu isaaf fedhe diinii isa hubachiisa, ani qodaadha, Rabbi ni kenna, ummanni kun ajaja Rabbii irratti gadi dhaabbachuu irraa hin deeman, namni isaan faallesse isaan hin miidhu, hanga ajajni Rabbii dhufutti».

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha bukhaarii - 71

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni Rabbiin toltuu isaaf fedhe diinii Rabbii hubachuu isaaf akka kennu himani, nabiyyiin immoo -nagaa fi rahmanni irrs haa jiraatu- rizqii, ilmii fi kan biroo waan Rabbiin isaanitti kenne irratti qoodaadha, dhugaatti kan kennu Rabbuma qofa, kan isa malee jiranu isaan sababaa hayyama Rabbiitiin malee fayyaduu hin danda'an, akkasumas uummatni kun haqa Rabbii irratti gadi dhaabbachuu irraa akka hin deemnee fi namni isaan faallesse hanga qiyaamaan dhaabbatutti akka isaan hin miine himaniiru.

bu.aa hadiisa irraa

  1. sadarkaa fi guddina beekumsi shari'aa qabuudha, akkasumas sadarkaa isa barachuu fi isatti kakaasuun qabuudha.
  2. Ummata kana keessatti haqaan dhaabbachuun jiraachuun waan hafiinsa hin qabne akka ta'eedha, gareen tokko yoo isa dhiifte kan biraatu isaan dhaabbata.
  3. Diinii hubachuun Rabbiin garbicha isaatiif toltuu isaaf fedhuu irraati.
  4. Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ajaja Rabbiitii fi fedhii isaatiin kennu, ofii isaaniitiif homaa hin qabanu.

Garsisuu hiikowani

64 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
FR Français Faransaayiffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
JA 日本語 jaappaaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
SO Soomaali HSomaaliffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
FF Fulfulde foolaaniyyaa
IT Italiano xaaliyaaniffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
BG Български البلغارية
AZ Azərbaycan azriffaa
UZ O‘zbek uzbeekiffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
BM Bambara البامبارية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية
YAO Yao الياو
KMR Kurmancî الكرمنجية