عن أنس بن مالك رضي الله عنه عن النبي صلى الله عليه وسلم قال:
«يَسِّرُوا وَلَا تُعَسِّرُوا، وَبَشِّرُوا وَلَا تُنَفِّرُوا».

Anas ibnu Maalik irraa odeeffame -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu ni jedhan:
«Laaffisaa hin jabeessinaa, gammachiisaa hin baqachiisinaa».

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha bukhaarii - 69

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhimmoota diinii fi duuniyaa hunda keessatti namootatti laaffisuu, isaanitti salphisuu fi isaanitti jabeessuu dhabuutti ajajani, sun immoo daangaa waan Rabbiin eeyyamee karaa godhe keessatti.
akkasuma toltuun isaan gammachiisuu fi isa irraa isaan ari'uu dhiisuutti kakaasani.

bu.aa hadiisa irraa

  1. dirqamni mu'umina irra jiru namoonni Rabbiin akka jaallatan gochuu fi toltuutti isaan kakaasuudha.
  2. nama karaa Rabbiitti waamuuf akkaata waamicha Rabbii namootatti ittiin qaqqabsiisu hikmaan ilaaluutu isa irraa barbaachisa.
  3. gammachiisuun nama karaa Rabbiitti waamuuf gammachuu fi namoonni isatti deebi'uu isa dhaalchisa akkasuma waan namootatti dhiheessu kana keessattis tasgabbii isaaf fida.
  4. jabeessuun baqa, dugda galuu fi haasaa nama karaa Rabbiitti waamuu shakkisiisuutu irraa dhalata.
  5. Rahmanni Rabbii gabroota isaatiif bal'aa ta'uu isaa, inni dhugumatti amantaa laafaa fi shari'aa laafaa isaaniif filate.
  6. laaffisuun itti ajajame isa shari'aan isaan dhufteedha.

Garsisuu hiikowani

64 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
FR Français Faransaayiffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
JA 日本語 jaappaaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
SO Soomaali HSomaaliffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
FF Fulfulde foolaaniyyaa
IT Italiano xaaliyaaniffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
BG Български البلغارية
AZ Azərbaycan azriffaa
UZ O‘zbek uzbeekiffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
BM Bambara البامبارية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية
YAO Yao الياو
KMR Kurmancî الكرمنجية