عَنْ سَمُرَةَ بْنِ جُنْدَبٍ وَالْمُغِيرَةِ بْنِ شُعْبَةَ رضي الله عنهما قَالَا: قَالَ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ:
«مَنْ حَدَّثَ عَنِّي بِحَدِيثٍ يُرَى أَنَّهُ كَذِبٌ، فَهُوَ أَحَدُ الْكَاذِبِينَ».

Samuraa ibnu jundubii fi Mughiiraa ibnu Shu'ubaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- ni jedhani: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Osoo soba ta'uu isaa beekuu namni hadiisa tokko narraa odeesse, inni sobdoota irraa isa tokkodha».

sirrii رواه مسلم في مقدمته Sahiiha muslim

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni osoo beekuu yookaan shakkuu yookaan shakkii isaa irra guddaan isaan irratti akka sobame osoo beekuu nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hadiisa dabrse; namni isa odeesse soba kana isa eegalee woliin akka qooddatu himaniiru.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Hadiisa nabiyyii irraa odeeffame -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- osoo isa hin dabrsin dura sirrii ta'uu isaa mirkaneeffachuu fi adda baafachuun barbaachisaa ta'uudha.
  2. Sobni kan hirkifamu nama isa kalaqee fi gidduu namootaatti daddabarsee nama isa facaasetti.
  3. Hadiisa sobaan kalaqame ta'uu nama beeke irratti isa odeessuun haraama ta'a, yookaan sobaan kan kalaqame ta'uu shakkii isaa irra guddaadhaan yoo bare isa odeessuun haraama irratti ta'a, isa irraa akeekkachiisuuf yoo ta'e malee.

Garsisuu hiikowani

52 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan azriffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية