1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. aqiidaa

hadiisa Taabotaan hin kakatinaa, akkasumas abboota keessaniinis hin kakatinaa

عَنْ عَبْدِ الرَّحْمَنِ بْنِ سَمُرَةَ رضي الله عنه قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ:
«لَا تَحْلِفُوا بِالطَّوَاغِي، وَلَا بِآبَائِكُمْ».

Abdurrahmaan ibnu samuraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Taabotaan hin kakatinaa, akkasumas abboota keessaniinis hin kakatinaa».

sirrii Muslimtu gabaase Sahiiha muslim - 1648

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- taabootawwaniin kakachuu irraa dhoorgani, isiin taabota mushrikoonni Rabbii gaditti gabbaraa turani, isiin sababaa jallina isaaniitii fi kufrii isaaniiti, akkasumas nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- abbaootaan kakachuu irraa dhoorgani; yeroo wollaalummaa keessatti isaaniin dhaaddachuu fi isaan guddisuuf jecha abbootiin kakachuun aadaa arabaa irraa ture.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Kakaan Rabbiin, maqoowwaan isaatii fi sifaata isaatiin malee hin ta'u.
  2. Taabotaan kakachuun haraama ta'uu isaa, akkasumas abboota, hoggantoota, taabotaa fi waan dharaa kan kana fakkatu hundaan kakachuun haraama ta'uu isaa.
  3. Rabbiin malee waan baraatiin kakachuun shirkii xiqqaa irraati, shirkii guddaa irraa ta'uunis ni mala, waan ittiin kakatame sana guddisuun yoo isa keessa jiraate, akka Rabbiin guddisutti isa guddisa yoo ta'e yookaan immoo gabbara wohii akka qabu kan amanu yoo ta'e.

Garsisuu hiikowani

53 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan azriffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية