1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. aqiidaa

hadiisa Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- Abuu Bakarii fi Umariin ilaalchisee akkana jedhan: «Isaan lamaan kun sayyidoota giddu galeessa warra jannataati, warra duraati boodaa irraa, Nabiyyoota fi Ergamtoonni osoo hafanii

عن أنس رضي الله عنه، قال:
قال رسول الله صلى الله عليه وسلم لأبي بكر وعمر: «هذان سَيِّدا كُهُول أهل الجنة من الأوَّلِين والآخِرين إلا النبيِّين والمرسلين».

Anas irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaalatu- akkas jedhe:
Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- Abuu Bakarii fi Umariin ilaalchisee akkana jedhan: «Isaan lamaan kun sayyidoota giddu galeessa warra jannataati, warra duraati boodaa irraa, Nabiyyoota fi Ergamtoonni osoo hafanii».

sirrii tirmizii odeesse sunana tarmizii - 3664

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- Abuu Bakarii fi Umar -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- nabiyyootaa fi ergamtoota booda ilma namaa hunda akka caalaan akkasumas Nabiyyootaa fi ergamtoota booda jannata seenuuf nama hundarra akka dursan himan.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Abuu Bakarii fi Umar -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- nabiyyootaa fi ergamtoota boodaa namoota hunda irra akka caalaniidha.
  2. Jannata keessatti ga'eessummaan hin jiru, hundi isaanii nama umriin isaa waggaa soddomii sadii ta’e ta'anii seenan, Hadiisa kana keessatti wanti barbaadame Abuu Bakarii fi Umar sayyidoota nama addunyaa tana irratti ga’eessota ta’anii du’aniiti jechuudha, yookaan yeroo hadiisni kun himamutti duuniyaa keessatti waan isaan irra turan ilaaluuni.

Garsisuu hiikowani

48 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية