1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. iiraafii seenaa

hadiisa Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- takkaayyuu kan hoonga gahanii kolfan hin argine, hanga laagaa isaanii argutti. ni seeqatu malee

عَنْ عَائِشَةَ أُمِّ المُؤْمِنين رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا، قَالَتْ:
مَا رَأَيْتُ النَّبِيَّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ مُسْتَجْمِعًا قَطُّ ضَاحِكًا، حَتَّى أَرَى مِنْهُ لَهَوَاتِهِ، إِنَّمَا كَانَ يَتَبَسَّمُ.

Aa'ishaa Haadha Mu'mintootaa irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu akkas jette:
Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- takkaayyuu kan hoonga gahanii kolfan hin argine, hanga laagaa isaanii argutti. ni seeqatu malee.

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha bukhaarii - 6092

Ibsaa

Aa'ishaan Rabbi ishee irraa haa jaallatu, Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- hanga laagaan isaanii mul'atutti garmalee akka hin kolfine gabaaste, kunis citaa foonii kan gubbaa qoonqootti maxxanee argamuu dha, ni seeqatu ture.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo waa jaallatan ykn dinqisiifatan kolfa seequu kolfaa akka turaniidha.
  2. Ibnu Hajar akkana jedhe: yeroo kolfan daangaa dabranii, qaama isaanii guutuu kolfa irratti deebisanii kan kolfan hin argine jechuudha.
  3. Baay'ee kolfuu fi kolfaan sagalee ol kaasuun amala namoota gaggaarii irraayii mitiidha.
  4. Garmalee kolfuun ulfinaa fi kabaja nama dhiiraa obboleeyyan isaa biratti irraa balleessa.

Garsisuu hiikowani

50 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية