1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. iiraafii seenaa

hadiisa Osoo mu'umintoota irratti -ykn ummata kiyya irratti- ulfaataa ta’uu baatee silaa salaata hundumaa irratti siwaaka akka fayyadaman isaan ajaja ture

عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رضي الله عنه عَنِ النَّبِيِّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ:
«لَوْلَا أَنْ أَشُقَّ عَلَى الْمُؤْمِنِينَ -أَوْ: عَلَى أُمَّتِي- لَأَمَرْتُهُمْ بِالسِّوَاكِ عِنْدَ كُلِّ صَلَاةٍ».

Abuu Hureyraa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- ni jedhan:
«Osoo mu'umintoota irratti -ykn ummata kiyya irratti- ulfaataa ta’uu baatee silaa salaata hundumaa irratti siwaaka akka fayyadaman isaan ajaja ture».

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha muslim - 252

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- osoo mu’mintoota irratti ni ulfaataa sodaan jiraachuu baatee, silaa salaata hundumaa wajjiin siwaaka fayyadamuu dirqama taasiisuuf akka ture himani.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- ummata isaanitiif garaa laafuu fi isaan rakkisuu sodaachuudha.
  2. Bu'uurri ajaja Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu-keessatti dirqama ta'uudha, yoo ragaan sunnaa dha ykn dirqama akka hin taane ibsu jiraate malee.
  3. Salaata hundumaa irratti siwaaka fayyadamuun jaallatamaa ta'uu fi sadarkaa qabaachuudha.
  4. Ibn Daqiiq Al-Iid akkana jedhe: Ogummaan yeroo salaataaf dhaabbatan siwaaka fayyadamuun jaallatamaa ta'uu keessa jiru, haala keessatti Rabbitti dhihaatan keessatti ta'uu isaati, kanaaf haala guutuu ta'ee fi qulqullina qabu irratti ta'uun barbaachise; kabaja ibaadaa agarsiisuuf jecha.
  5. Waliigalli Hadiisa kanaa siwaaka fayyadamuun nama sooma qabuuf osoo sa’aatii booda akka salaata zuhrii fi asrii ta'ellee rakkoo akka hin qabne agarsiisa.

Garsisuu hiikowani

51 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية