1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

hadiisa Aa'ishaa akkana jedhee gaafadhe: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo mana isaanii seenan maalin eegalan? Isheenis akkana jette: Siwaakani

عَنِ شُرَيْحٍ بنِ هانِئٍ قَالَ:
سَأَلْتُ عَائِشَةَ، قُلْتُ: بِأَيِّ شَيْءٍ كَانَ يَبْدَأُ النَّبِيُّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ إِذَا دَخَلَ بَيْتَهُ؟ قَالَتْ: بِالسِّوَاكِ.

Shurayh bin Haani’i irraa akka odeeffametti akkana jedhe:
Aa'ishaa akkana jedhee gaafadhe: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo mana isaanii seenan maalin eegalan? Isheenis akkana jette: Siwaakani.

sirrii Muslimtu gabaase Sahiiha muslim - 253

Ibsaa

Karaa Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- keessaa tokko yeroo fedhetti haa ta'uu halkanis ta'ee guyyaa yeroo mana isaanii seenan siwaakan fayyadamuun eegaluudha.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Akka walii galaatti yeroo hundumaa keessatti siwaaka fayyadamuun karaa godhamuudha, suni yeroolee kanneen keessatti ni jabaata: yeroolee abbaan shari'aa siwaaka itti fayyadamuun akka jaallatamaa ta'e akeeke keessatti, sana keessaa: yeroo mana seenan, yeroo salaatan, yeroo wuduu’a godhatan, yeroo hirriba irraa dammaqanii fi yeroo urgaan afaanii jijjiiramuudha.
  2. Isaanitti hidhachuuf jecha haala fi sunnaawwan Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- irraa gaafachuu irratti bolola taabi'iyyoonni qaban ibsuudha.
  3. Beekumsa warra isaati fi namoota caalaatti isa beekan irraa fudhachuudha, Aa'ishaan -Rabbiin isii irraa haa jaallatu- yeroo mana seenanitti haalli Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- maal akka ta'e irraa waan gaafatamteef.
  4. Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- maatii isaanii akka gaariitti waliin jiraachuu isaaniti, yeroo mana seenanitti afaan isaanii qulqulleeffataa waan turaniif.

Garsisuu hiikowani

50 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية