1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. sadarkaaleefii naamusoota

hadiisa Musliima arrabsuun fisqii/safuu dhabuu dha, isan loluun ammoo kufriidha

عَنْ عَبْدِ اللَّهِ بنِ مَسْعُودٍ رضي الله عنه أَنَّ النَّبِيَّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ:
«سِبَابُ المُسْلِمِ فُسُوقٌ، وَقِتَالُهُ كُفْرٌ».

Abdullaah bin Mas'uud irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu, Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irratti haa jiraatu- akkana jedhan:
«Musliima arrabsuun fisqii/safuu dhabuu dha, isan loluun ammoo kufriidha».

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha bukhaarii - 48

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu- muslimni tokko obboleessa isaa kan muslimaa arrabsuu fi jeequu irraa dhoorgan, Kunis safuu dhabuudha, jechuunis Rabbii fi Ergamaa Isaatiif -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- ajajamuu irraa bahuudha, Muslimni tokko obboleessa isaa muslimaatin loluun gochoota kufrii irraayi, haa ta'u malee inni kufrii xiqqaa dha.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Gurraa fi dhiiga Muslimaa kabajuun dirqama tahuudha.
  2. Booddeen nama muslimaa haqaan maletti arrabsuu guddaa ta'uudha, Namni haqaan malee muslima arrabsu Faasiqa/nama karaa Rabbii irra bahe taha.
  3. Muslima arrabsuu fi isaan loluun iimaana akka laaffisee, xiqqeessuudha.
  4. Gochoonni tokko tokko kufrii jedhaman; sadarkaa Kufrii guddaa amantii Islaamaa keessaa nama baasu osoo gayuu baatanillee.
  5. Akka waliigaltee warra Sunnaatti, asitti kufritti kan fedhame kuffrii xiqqaa amantii keessaa nama hin baafneedha; Sababni isaas Rabbiin ol ta'e bakka waldhabdee fi walfalmiin gidduu mu'umintootatti uumametti obbolummaa amantii amantootaaf mirkaneessee jira waan ta'eef jecha, akkas jedhe: (gareen mu'umintoota irraa ta'an lama yoo wal lolan gidduu isaanii araarsaa) hanga (Mu'umitoonni Obbolaa dha) jechuu bira gayutti.

Garsisuu hiikowani

50 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية