1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. iiraafii seenaa

hadiisa Namni tokkos salaama na irratti hin buusu, Rabbiin ruuhii natti deebisee salaama itti deebisu malee hin hafu

عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رضي الله عنه أَنَّ رَسُولَ اللهِ صلَّى الله عليه وسلم قال:
«ما مِنْ أحَدٍ يُسلِّمُ علي إلا ردَّ اللهُ عليَّ رُوحي حتى أردَّ عليه السَّلامَ».

Abuu Hureyraa irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu, Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan:
«Namni tokkos salaama na irratti hin buusu, Rabbiin ruuhii natti deebisee salaama itti deebisu malee hin hafu».

sanadni isaa hasani abuu daawudiifii ahmad odeessan Sunana abbaa daawud - 2041

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- nama isaan irratti salaammate hundaaf dhiyoos ta’ee fagoo salaama akka deebisaniif ruuhiin isaanii isaanitti akka deebi'u himan, Jireenyi barzakhii fi qabrii keessaa dhimma hin mul’anne, dhugaa dhimma kanaa kan beeku Rabbiin qofa, inni waan hundaa irratti dandeettii qaba.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Nabiyyii irratti -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- nagaa fi salawaata buusuu baay'isuu irratti kakaasuudha.
  2. Jireenyi Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- qabrii isaanii keessatti jiraatan irra guutuu jireenya ilmi namaa barzakha isaa keessa jiraatuutiidha, Rabbii ol ta'e malee namni dhugaa isaa beeku hin jiru.
  3. Hadiisni kun warra Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- jireenya akka nuti jiraannuu jiraatan jedhaniif ragaa tahuu hin danda'u, akka mushrikoonni akka ragaatti itti fayyadamanii gargaarsa isaan irraa -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- hin barbaanneef jecha, jiruun isaanii kunis jiruu barzakhaa akka ta'e beekuun barbaachisaadha.

Garsisuu hiikowani

51 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية