fayyaa waldaweeyyuufii ruqyaa

3Galmee Hadisotaa 1tarreewwan damee

Galmee Hadisotaa 3

Ruqaan, hirzii fi jaallachiistuun shirkiidha
Rabbiin kakadhee gaala diimaa qabaachuu irra nama tokko Rabbiin sababaa keetin qajeelchuutu siif caala
Harka kee qaama kee irraa bakka dhukkubbiin sitti dhagahamu irra kaa’ii, akkana jedhi: Bismillaah" Maqaa Rabbiitin, yeroo sadii, ergasii yeroo torba akkana jedhi: "Hammeenya na mudatee fi sodaadhu irraa Rabbii fi dandeettii isaatti maganfadha