1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

hadiisa Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- raka’aa lamaan fajrii keessatti: {Qul Yaa Ayyuhal kaafiruun} fi {Qul huwa Allaahu Ahad} qara’aa turan

عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رضي الله عنه:
أَنَّ رَسُولَ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَرَأَ فِي رَكْعَتَيِ الْفَجْرِ: {قُلْ يَا أَيُّهَا الْكَافِرُونَ}، وَ{قُلْ هُوَ اللهُ أَحَدٌ}.

Abuu Hureyraa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu:
Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- raka’aa lamaan fajrii keessatti: {Qul Yaa Ayyuhal kaafiruun} fi {Qul huwa Allaahu Ahad} qara’aa turan:

sirrii Muslimtu gabaase Sahiiha muslim - 726

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- erga Faatihaa qara'anii booda raka'aa lamaan subhii duraa keessatti raka'aa duraa keessatti suuraa {Qul Yaa Ayyuhal kaafiruun}, Raka'aa lammaffaa keessatti ammoo Suuraa {Qul huwa Allahu Ahad} iin salaatuu jaallatan ture.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Suuraalee lamaan kana Fatihaa booda Sunnaa Fajrii keessatti qara’uun ni jaallatamaadha.
  2. Suuraaleen lamaan kun Suuraa Al-Ikhlaas jedhamu,Sababni isaas suuraa Al-Kafiruun keessatti waan mushrikoonni Rabbii gaditti gabbaran hunda irraa qulqullaa'uutu jira, akkasumas isaan gabroota Rabbiitii mitiitu keessa jira, shirkiin isaanii hojii isaanii waan jalaa balleessuu fi Rabbiin ol ta'e qoftu gabbartii waan haqa godhatuuf jecha, Suuraa Al-Ikhlaas keessa immoo Rabbiin tokkomsuu, ibaadaa isaaf qulqulleessuu fi sifaawwan isaa ibsuutu keessa jira.

Garsisuu hiikowani

48 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية