1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

hadiisa Namni salaata zuhrii duraa fi boodatti rak’aa afur salaatuu irratti tikfate Rabbiin ibidda irratti isa haraama taasiseera

عَنْ أُمِّ حَبِيبَةَ رضي الله عنها زَوْجِ النَّبِيِّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالت: سَمِعْتُ رَسُولَ اللهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ يَقُولُ:
«مَنْ حَافَظَ عَلَى أَرْبَعِ رَكَعَاتٍ قَبْلَ الظُّهْرِ وَأَرْبَعٍ بَعْدَهَا حَرَّمَهُ اللَّهُ عَلَى النَّارِ».

Ummu Habiibaa haadha manaa Rasuulaa -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- irraa akka odeeffametti- akkana jette: Ergamaa Rabbiitii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhuun dhagahe:
«Namni salaata zuhrii duraa fi boodatti rak’aa afur salaatuu irratti tikfate Rabbiin ibidda irratti isa haraama taasiseera».

sirrii رواه أبو داود والترمذي والنسائي وابن ماجه وأحمد sunana tarmizii - 428

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- nama salaata zuhrii duraa fi boodatti rak’aa afur itti fufiinsaan irratti tikfatee yeroo hunda salaate, Rabbiin ibidda irratti isa haraama taasise jechuun isa gammachiisan.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Rak’aa afran salaata zuhrii duraa fi boodaa irratti tikfachuun jaallatamaa ta'uudha.
  2. Sunnaawwan salaata dirqamaa duraa salaatuun ogummaa mataa ofii danda'e qaba, sana keessaa: Nama salaata waajiba keessa seenuu dura ibaadaaf qopheessuudha, ogummaa sunnaalee salaata waajibaa boodatti salaataman keessa jiru keessaa ammoo dogongora salaata waajibaa keessatti argamuu danda'u qobbuudha.
  3. Salaata sunnaa salaatuun faayidaa hedduu qaba, Hojii gaggaarii dabalachuu, hojii badaa haquu, fi sadarkaalee ol kaasuu faa dha.
  4. Bu'uurri warra Sunnaa Hadiisa waa’ee waadaa ilaalchisee akka fakkeenya hadiisa kanaa: Tokkichummaa Rabbii irratti du'uun hiikamuudha, akkasumas itti fedhamaan ibidda keessatti abad ta'uu dhabuudha, sababni isaas namni Rabbiin tokkochoomsee dilii dalage adabamuu waan haqa godhatuuf jecha, ni adabama malee ibidda keessatti abad hin ta'u.

Garsisuu hiikowani

49 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية