1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. aqiidaa

hadiisa Namtichi amantii hiriyaa isaa irratti tahaa, tokkoon keessan nama hiriyaa taasifatu haa ilaalu

عن أبي هريرة رضي الله عنه أَن النبيَّ صَلّى اللهُ عَلَيْهِ وسَلَّم قَالَ:
«الرَّجُلُ عَلَى دِينِ خَلِيلِهِ، فَلْيَنْظُر أَحَدُكُم مَنْ يُخَالِل».

Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irra haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Namtichi amantii hiriyaa isaa irratti tahaa, tokkoon keessan nama hiriyaa taasifatu haa ilaalu».

hasani abuu daawud tirmizii fiiahmad odeessan Sunana abbaa daawud - 4833

Ibsaa

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ilmi namaa seenaa fi aadaa isaa keessatti hiriyaa fi saahiba isaa akka fakkaatu, hiriyummaan haala, amalaa fi sochiiwwan irratti dhiibbaa akka qabu ibsani, kanaaf filannaa hiriyaa tolchuutti ajajan; waan inni hiriyaa isaa gara iimaanaa, qajeelumaa fi toltuutti qajeelchuu fi hojii gaarii irratti hiriyaa isaatiif gargaaraa waan ta'uuf jecha.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Namoota gaggaariitti hidhachuu fi isaan filachuutti ajajuu fi namoota hamootti hidhachuu irraa dhoorguudha.
  2. Fira osoo hin taane hiriyaa addatti baase; hiriyaa kan filatu wan si ta'eef jecha, obboleessii fi firri immoo filannoon kee keessa waan hin jirreef jecha.
  3. Hiriyaa qabaachuun dirqama xiinxalaan ta'uu qabaadha.
  4. Ilmi namaa mu'umintootatti hiriyoomuun amantaa isaa jabeeffatee, balleessitootatti hiriyoomuun immoo amantaa isaa dadhabsiisa.

Garsisuu hiikowani

53 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
SO Soomaali HSomaaliffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan azriffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية