عن أبي موسى رضي الله عنه أن النبي صلى الله عليه وسلم قال:
«لا نِكَاحَ إِلّا بِوَليٍّ».

Abuu Muusaa irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkana jedhan:
"Gaa’elli/nikaahni waliyyiin/eegduun malee hin hidhamu".

sirrii abuu daawud, tirmizii, ibnumaajah fii ahmad odeessan Sunana abbaa daawud - 2085

Ibsaa

Rasuulli -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- gaa’elli dubartii takkaa waliyyiin/eegduun malee sirrii akka hin taane ibsan.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Waliyyiin/Eegduun gaa’elli sun seera qabeessa akka ta’uuf haal-duree yoo ta’u, dubartiin takka waliyyiin malee yoo heerumte, yookiin of yoo heerumsiifte seera qabeessa miti jechuu dha.
  2. Waliyyiin/Eegduun dhiira ta'ee, dubartii sanatti dhihoo waan ta’eef, waliyyiin/eegduun fagoo eddoo namni itti dhihoo jirutti ishee heerumsiisuu hin danda’u.
  3. Ulaagaaleen waliyyii: itti gaafatamummaa baachuu danda'uu, dhiira ta'uu, dantaa gaa’elaa beekuu irratti bilchina qabaachuu fi amantiin waliyyii fi dubartii sanaa wal fakkachuu, Namni amaloota kana hin qabne waliigaltee gaa’elaa keessatti akka waliyyiitti ulaagaa hin guutu.

Garsisuu hiikowani

60 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
JA 日本語 jaappaaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
SO Soomaali HSomaaliffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
IT Italiano xaaliyaaniffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan azriffaa
UZ O‘zbek uzbeekiffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
BM Bambara البامبارية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية
KMR Kurmancî الكرمنجية