1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

hadiisa Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- khuxbaa dhimmaa nu barsiisani

عن عبد الله بن مسعود رضي الله عنه قال:
عَلَّمَنَا رَسُوْلُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ خُطْبَةَ الحَاجَةِ: إِنَّ الحَمْدَ للهِ، نَسْتَعِيْنُهُ وَنَسْتَغْفِرُهُ، وَنَعُوْذُ بِهِ مِنْ شُرُوْرِ أَنْفُسِنَا، مَنْ يَهْدِ اللهُ فَلَا مُضِلَّ لَهُ، وَمَنْ يُضْلِلْ فَلَا هَادِيَ لَهُ، وَأَشْهَدُ أَنْ لَا إِلَهَ إِلَّا الله، وَأَشْهَدُ أَنَّ مُحَمَّدًا عَبْدُهُ وَرَسُوْلُهُ، {يَا أَيُّهَا النَّاسُ اتَّقُوا رَبَّكُمُ الَّذِي خَلَقَكُمْ مِنْ نَفْسٍ وَاحِدَةٍ وَخَلَقَ مِنْهَا زَوْجَهَا وَبَثَّ مِنْهُمَا رِجَالًا كَثِيرًا وَنِسَاءً وَاتَّقُوا اللَّهَ الَّذِي تَسَاءَلُونَ بِهِ والأرحام إن الله كان عليكم رقيبا} [النساء: 1]، {يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اتَّقُوا اللَّهَ حَقَّ تُقَاتِهِ وَلَا تَمُوتُنَّ إِلَّا وَأَنْتُمْ مُسْلِمُونَ} [آل عمران: 102]، {يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اتَّقُوا اللَّهَ وَقُولُوا قَوْلًا سَدِيدًا (70) يُصْلِحْ لَكُمْ أَعْمَالَكُمْ وَيَغْفِرْ لَكُمْ ذُنُوبَكُمْ وَمَنْ يُطِعِ اللَّهَ وَرَسُولَهُ فَقَدْ فَازَ فَوْزًا عَظِيمًا} [الأحزاب:70 - 71].

Abdullaah ibnu Mas'uud irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:
Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- khuxbaa dhimmaa nu barsiisani: Innal hamda lillaahi, Nasta'iinuhuu Wa Nastaghfiruhuu, Wa Na'uuzu billaahi Min Shuruuri Anfusinaa, Man yahdi Allaahu Falaa Mudilla Lah, Waman Yudlil Falaa Haadiya Lah, Wa Ash-hadu An Laa Ilaaha Illallaah, Wa Ash-hadu Anna Muhammadan Abduhuu Wa Rasuuluh, {Yaa Ayyuha Annaasu Ittaquu Rabbakumu Allazii Khalaqakum Min Nafsin Waahidatin WaKhalaqa Minhaa Zawjahaa Wabassa Minhumaa Rijaalan kasiiran Wa Nisaa'aa Wattaqu Allaaha Allazii Tasaa'aluuna Bihii Wal Arhaama Inna Allaaha Kaana Alaykum Raqiibaa} [Annisaa: 1], {Yaa Ayyuha Allaziina Aamanu Ittaqullaaha Haqqa Tuqaatihii Walaa Tamuutunna Illaa Wa Antum Muslimuun} [Aala Imraan: 102], {Yaa Ayyuha Allaziina Aamanu ittaqullaaha Waquuluu Qawlan Sadiidaa Yuslih Lakum A'amaalakum Wa Yaghfir Lakum Zunuubakum Waman Yuxi'illaaha Wa Rasuulahuu Faqad Faaza Fawzan Aziimaa} [Al-Ahzaab: 70-71].

sirrii رواه أبو داود والترمذي والنسائي وابن ماجه وأحمد Sunana abbaa daawud - 2118

Ibsaa

Ibnu Mas'uud -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akka khuxbaa dhimmaa isaan barsiisan hima, isiin isii yeroo khuxbaa irratti haasawa banan, dhimma isaanii duratti kan jedhamtuudha, akka khuxbaa nikaahaa, khuxbaa jum'aa fi kan boroollee. khuxbattiin tun hiika guddaa of keessatti qabatte, gosa faaruu hunda Rabbiin haqa godhachuu ibsuu, isatti qindeessuun maletti isuma qofa irraa gargaarsa barbaaduu, badii namaa sattaruu fi irra namaaf dabruu fi hamtuu hunda irraa isaatti kooluu galuu, hamtuu lubbuu fi kan biroo irraa.
Eegasii nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- qajeelumni harka Rabbiitti akka ta'e, nama inni qajeelche kan jallisu akka hin jirre, nama inni jallise kan qajeelchu akka hin jirre himani.
Eegasii ragaa tawhiidaa dubbatani, haqaan gabbaramaan Rabbiin malee akka hin jirre, akkasuma ragaa ergaa Muhammad gabricha Rabbii fi ergamaa isaa ta'uu dubbatani.
khuxbattii tana aayatoota sadeen kan sodaa Rabbiitti ajajuu of keessatti qabatteen xumurani, fuula Rabbii barbaachaaf waan inni itti ajaje hojachuu waan inni irraa dhoorge irraa faagaachuudha, mindaan nama sana hojjatee hojii fi jechoonni toluu akkasuma badiiwwan haqamuu, diliiwwaniif araaramni argamuu, duuniyaatti jireenya bareedduu fi guyyaa qiyaamaatti jannataan milkaa'uudha.

bu.aa hadiisa irraa

  1. khuxbaa nikaahaa, kan jumu'aa fi kan biroo khuxbattii kanaan banuun jaallatamaa ta'uu isaa.
  2. khuxbaan Faaruu, Shahaadaa lameenii fi garii Aaayaa Qur'aanaa of keessatti qabachuutu barbaachisa.
  3. Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sahaabota isaanii waan isaan diinii isaaniitiif itti haajoman barsiisuu isaanii.

Garsisuu hiikowani

63 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
FR Français Faransaayiffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
JA 日本語 jaappaaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
SO Soomaali HSomaaliffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
FF Fulfulde foolaaniyyaa
IT Italiano xaaliyaaniffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
BG Български البلغارية
AZ Azərbaycan azriffaa
UZ O‘zbek uzbeekiffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
BM Bambara البامبارية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية
KMR Kurmancî الكرمنجية