1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

hadiisa nazrii irraa dhoorganii akkas jedhani: «nazriin khayrii hin fidu, dogni isaan dirqamee waa baasuu qofa malee

عَنِ ابْنِ عُمَرَ رضي الله عنهما:
عَنِ النَّبِيِّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ أَنَّهُ نَهَى عَنِ النَّذْرِ، وَقَالَ: «إِنَّهُ لَا يَأْتِي بِخَيْرٍ، وَإِنَّمَا يُسْتَخْرَجُ بِهِ مِنَ الْبَخِيلِ».

Ibnu Umar irraa odeeffame -Rabbi isaan irraa haa jaallatu-:
nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- nazrii irraa dhoorganii akkas jedhani: «nazriin khayrii hin fidu, dogni isaan dirqamee waa baasuu qofa malee».

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha muslim - 1639

Ibsaa

nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- nazrii irraa dhoorgani, nazrii jechuun: ilmi namaa waan shari'aan dirqama isa irratti hin taasifne ofirratti dirqama taasisuudha, akkasumas nazriin waan tokko as butuu fi achi butuu hin danda'u jedhani, bu'aan isaa dogna isa waan Rabbiin dirqama irratti taasise malee waan biraa hin baafne harkaa ittii waa baasuu qofa, nazriin waan Rabbiin sila isaaf hin murteessine homaa isaaf fiduu hin danda'u.

bu.aa hadiisa irraa

  1. nazrii seenuun karaa hin godhamne, garuu yoo kan nazare ta'e isa guutuun dirqama isa irratti ta'a badii kan hin taane yoo ta'e.
  2. sababni dhorgameef (inni khayrii hin fidu waan ta'eefi); sababni isaas inni murtoo Rabbii irraa homaa hin deebisu; akka namni nazrii seene sababaa nazriitiin waan barbaade argate hin seeneef jecha, Rabbiin ol ta'e sana irraa dureessa.
  3. Qurxubiin akkas jedhe: dhoorgaan kun eddoon isaa fakkeenyaf namni tokko akkana jechuudha: yoo Rabbiin dhukkubsataa koo naaf fayyise sadaqaa akkasiitu narra jira, jibbamaa kan ta'eef hojiin dubbatame kan Rabbitti ittiin dhihaatan kun bu'aan dubbatame argamuu irrati kan hundaa'e waan ta'eefi, jalqabuma irraa waan isa irraa argame kanaaf niyyaan Rabbitti ittiin dhihaachuu akka isaaf hin argamne waan mul'ateef, inumaa adeemsa kennanii fudhachuu hordofe, kana immoo ifa kan godhu osoo dhukkubsataan isaa hin fayyine ta'ee waan fayya isaatti rarraase sana hin sadaqatu ture, kun immoo haala dognaati, inni haala bakka buusaan ariifataa ta'e kan yeroo hedduu waan inni baase caaluun yoo ta'e malee qabeenya isaa keessaa homaa hin baasu.

Garsisuu hiikowani

55 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
SO Soomaali HSomaaliffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan azriffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية