1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. iiraafii seenaa

hadiisa Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- durba kutaa isiitii hin baane irra saalfii jabaa qabu turani, yeroo waan jibban arganitti fuula isaanii irraa beekna

عَنْ أَبِي سَعِيدٍ الخُدْرِيِّ رضي الله عنه قَالَ:
كَانَ النَّبِيُّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ أَشَدَّ حَيَاءً مِنَ العَذْرَاءِ فِي خِدْرِهَا، فَإِذَا رَأَى شَيْئًا يَكْرَهُهُ عَرَفْنَاهُ فِي وَجْهِهِ.

Abuu sa'iid al-khudrii irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- durba kutaa isiitii hin baane irra saalfii jabaa qabu turani, yeroo waan jibban arganitti fuula isaanii irraa beekna.

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha bukhaarii - 6102

Ibsaa

Abuu sa'iid al-khudriin -Rabbi isa irraa haa jaallatu- nabiyyiin muciyyoo durbaa heerumtee dhiira woliin jiraattee hin beekne kan mana isii keessatti da'attee teessu irra akka saalfatan hime, saalfiin isaanii jabaa ta'uu irraa yeroo waan jibban arganitti fuula isaaniitu jiijjiirama hin dubbatanu, sahaabonni jibbaan isaan waan sanaaf qabanu fuula isaanii irraa hubatu.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Saalfii nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- qaban ibsuutu keessa jira, inni haala guddaa irraati.
  2. Saalfiin nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hanga daangaan Rabbii hin cabsamnetti, daangaan Rabbii yeroo cabetti; dhugaan dallanu sahaabota isaaniis ni ajajus ni dhoorgus turani.
  3. Saalfii qabaachuutti kakaasuu; bareedduu hojjachuu fi fokkataa dhiisuutti lubbuu geessa waan ta'eef jecha.

Garsisuu hiikowani

53 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan azriffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية