1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. sadarkaaleefii naamusoota

hadiisa Lallabaan tokko ni lallaba, isiniif fayyaa malee gonkumaa dhukkubsachuun hin jiru, jiraachuu malee du'uun gonkumaa hin jiru, dargaggummaa malee dulloomuun gonkumaa hin jiru, qananii keessa jiraachuu malee gonkumaa abdii kutachuun hin jiru

عَنْ أَبِي سَعِيدٍ الْخُدْرِيِّ وَأَبِي هُرَيْرَةَ رضي الله عنهما عَنِ النَّبِيِّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ:
«يُنَادِي مُنَادٍ: إِنَّ لَكُمْ أَنْ تَصِحُّوا فَلَا تَسْقَمُوا أَبَدًا، وَإِنَّ لَكُمْ أَنْ تَحْيَوْا فَلَا تَمُوتُوا أَبَدًا، وَإِنَّ لَكُمْ أَنْ تَشِبُّوا فَلَا تَهْرَمُوا أَبَدًا، وَإِنَّ لَكُمْ أَنْ تَنْعَمُوا فَلَا تَبْأَسُوا أَبَدًا» فَذَلِكَ قَوْلُهُ عَزَّ وَجَلَّ: {وَنُودُوا أَنْ تِلْكُمُ الْجَنَّةُ أُورِثْتُمُوهَا بِمَا كُنْتُمْ تَعْمَلُونَ} [الأعراف: 43].

Abuu Sa’iid al-Khudrii fi Abuu Hureyraa irraa odeeffame Rabbiin isaan irraa haa jaallatu Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- ni jedhan:
«Lallabaan tokko ni lallaba, isiniif fayyaa malee gonkumaa dhukkubsachuun hin jiru, jiraachuu malee du'uun gonkumaa hin jiru, dargaggummaa malee dulloomuun gonkumaa hin jiru, qananii keessa jiraachuu malee gonkumaa abdii kutachuun hin jiru» kuni jecha Rabbii ol ta 'eeti: {Jannanni sana sababaa waan hojjetaa turtaniitin dhaalchifamtani} [Al-a'araaf: 43].

sirrii Muslimtu gabaase Sahiiha muslim - 2837

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- lallabaan tokko jannata keessatti osoo warri jannataa qananii irra jiran akkana jedhee akka lallabu dubbatan: Isin jiraachuu malee dhukkubni hammam xiqqaa ta’us, Jannata keessatti gonkumaa dhukkubsachuun hin jiru, jiraachuu malee duuti osoo hirriiba ta'ellee inni du'a xiqqaadhaa jannata keessatti gonkumaa du'uun hin jiru, dargaggummaa malee jannata keessatti gonkumaa jaarsa ta'uun hin jiru, qananii malee gaddaa fi abdii kutachuun gonkmaa jannata keessatti hin jiru, suni jecha Rabbii ol ta'eeti : {Jannanni sana sababaa waan hojjetaa turtaniitin dhaalchifamtani} [Al-a'araaf:43].

bu.aa hadiisa irraa

  1. Irra guddaan wantoota qananii jireenya adduunyaa kanaa dhiphisanii abbaan isaa qananii irraa osoo bakka fedhellee gahee, wantoota afuri: Dhukkuba, du’a, dullumaa fi gadadoo, gadda, sababaa diina, hiyyuma, waraana fi kan biroo irraa sodaatutiin, warri jannataa sodaa kanneen irraa nagaa ta'anii jiraatani, kanaan qananiin hunda caalu warra jannataatif ta'e.
  2. Qananiin jannataa qananii addunyaa keessa jiru irraa akka adda ta'eedha; Sababni isaas qananii Jannataa keessa waan sodaan hin jirreef jecha, qananiin addunyaa itti fufiinsa hin qabaatu, akkasumas laalaa fi dhibeen duwwaa isii gochuu danda'an.
  3. Hojii gaggaarii gara qananii Jannataatti geessu hojjechuuf jajjabeessuudha.

Garsisuu hiikowani

51 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية