1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

hadiisa Nama jechi Rabbii ol'aantummaa akka argatuuf loleetu karaa Rabbii keessatti qabsaa'aadha

عَنْ أَبِي مُوسَى رضي الله عنه قَالَ:
سُئِلَ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ عَنِ الرَّجُلِ يُقَاتِلُ شَجَاعَةً، وَيُقَاتِلُ حَمِيَّةً، وَيُقَاتِلُ رِيَاءً، أَيُّ ذَلِكَ فِي سَبِيلِ اللهِ؟ فَقَالَ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «مَنْ قَاتَلَ لِتَكُونَ كَلِمَةُ اللهِ هِيَ الْعُلْيَا، فَهُوَ فِي سَبِيلِ اللهِ».

Abuu Muusaa irraa odeeffamee Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe:
Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- waa’ee nama gootummaa, gosaa fi naaf argiidhaaf qabsaa’uu ilaalchisee, kanneen keessaa kamtu karaa Rabbii irratti qabsaa'aadha jechuu irraa gaafatamanii?, Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Nama jechi Rabbii ol'aantummaa akka argatuuf loleetu karaa Rabbii keessatti qabsaa'aadha».

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha muslim - 1904

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- wal dhabiinsa kaayyoo qabsaa'otaa ilaalchisee; isaan irraa nama gootummaaf ykn gosaaf ykn namoota jidduu akka sadarkaan isaa muldhatuuf ykn waan biroof qabsaa'utu jira, kanneen keessaa kamtu karaa Rabbii keessatti qabsaa'e jechuu irraa gaafataman? Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- karaa Rabbii keessatti qabsaa'aan: nama jechi Rabbii ol'aantummaa akka qabaatuuf qabsaa'e ta'uu himan.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Tolina hojii fi badii isaa keessatti hundeen niyyaa fi dalagaa san Rabbiif jecha qulqulleessanii hojechuu akka ta'eedha.
  2. Kaayyoon namichaa jihaada irraa jecha Rabbii ol qabuu yoo ta'ee, kaayyoon biraa seera qabeessa kan ta'e kan akka boojuu argachuu yoo itti dabalame, kun kaayyoo isaa kan jalqabaa akka hin miineedha.
  3. Diinota biyyoota fi eddoolee kabajamoo ta'an irraa ittisuun karaa Rabbii keessatti qabsaa'uu irraa akka ta'eedha.
  4. Sadarkaan qabsaa'ota keessatti dhufe warra Jechi Rabbii ol’aantummaa akka argatuuf qabsaa’an qofa ilaallataadha.

Garsisuu hiikowani

58 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
FR Français Faransaayiffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
SO Soomaali HSomaaliffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan azriffaa
UZ O‘zbek uzbeekiffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية
KMR Kurmancî الكرمنجية