1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

hadiisa “Muslimni hundinuu torbaanitti guyyaa tokko dhiqachuuf dirqama qaba, yeroo sanatti mataa fi qaama isaa dhiqata”

عن أبي هريرة قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم:
«حَقٌّ عَلَى كُلِّ مُسْلِمٍ أَنْ يَغْتَسِلَ فِي كُلِّ سَبْعَةِ أَيَّامٍ يَوْمًا، يَغْسِلُ فِيهِ رَأْسَهُ وَجَسَدَهُ».

Abuu Hureyraa irraa odeeffamee akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan.
“Muslimni hundinuu torbaanitti guyyaa tokko dhiqachuuf dirqama qaba, yeroo sanatti mataa fi qaama isaa dhiqata”.

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha bukhaarii - 897

Ibsaa

Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akka himanitti: Muslima ga’eessa sammuu qabu hunda irratti torbaanitti guyyaa tokko dhiqachuun haqa jabeeffamaadha, guyyaa kana keessatti mataa fi qaama isaa ni dhiqata, qulqullina barbaaduuf jecha, irra caalaan guyyoota kanaa guyyaa jum'aati, akkuma hadiisa tokko tokko irraa hubatamutti. Guyyaa jum'aa salaata duratti dhiqachuun akkaan jaalatamaadha, fakkeenyaf osoo guyyaa khamisaa dhiqatellee, dhiqatinsi guyyaa jum'aa waajiba ta'uu irraa wanni dhoorgu jecha Aa'ishaati -Rabbiin irraa haa jaalatu-: "Namoonni hojii adda addaa hojjachuun khaadima lubbuu ofii turan, yeroo gara jum'aa deeman akkuma jiranitti kan deeman ta'an, kanaaf akkana isaanin jedhame: osoo dhiqattanii", Bukhaaritu gabaase. Gabaasa biraa kan isaa keessatti: "isaanif fooleetu ture", foolee dafqaati fi waan biroo, sanuma wajjiin akkana isaanin jedhame: "Osoo dhiqattanii", kan isaanin akkana jedhame nama birotti daran jabeeffama.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Islaamummaan qulqullinaaf eddoo guddaa akka kenneedha.
  2. Guyyaa Jimaataa Salaataf dhiqachuun salaataaf akkaan jaalatamaa akka ta'eedha.
  3. Osoo qaama keessa galee jiruu mataa addatti dubbachuun itti yaaddahuuf akka ta'eedha.
  4. Nama hafuura hin tolle kan namoonni itti miidhamu qabu irratti dhiqannaan dirqama ta'uudha.
  5. Dhiqannaaf irra jabaan guyyaa Jimaataati; sababni isaas sadarkaa waan qabuuf jecha.

Garsisuu hiikowani

60 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
JA 日本語 jaappaaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
SO Soomaali HSomaaliffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
IT Italiano xaaliyaaniffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan azriffaa
UZ O‘zbek uzbeekiffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
BM Bambara البامبارية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية
KMR Kurmancî الكرمنجية