1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

hadiisa Yaa Ergamaa Rabbii, jihaadni irra caalaa hojii ta'uudha agarra, niti jihaada hin goonuu? isaanis akkana jedhan: «Lakkii, garuu irra caalaan jihaadaa: Hajjii qulqulluudha

عَنْ عَائِشَةَ أُمِّ المُؤْمِنِينَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا أَنَّهَا قَالَتْ:
يَا رَسُولَ اللَّهِ، نَرَى الجِهَادَ أَفْضَلَ العَمَلِ، أَفَلاَ نُجَاهِدُ؟ قَالَ: «لَا، لَكُنَّ أَفْضَلُ الجِهَادِ: حَجٌّ مَبْرُورٌ».

Aa'ishaa Haadha Mu’umintootaa irraa odeeffamee Rabbiin irraa haa jaallatu, akkas jette:
Yaa Ergamaa Rabbii, jihaadni irra caalaa hojii ta'uudha agarra, niti jihaada hin goonuu? isaanis akkana jedhan: «Lakkii, garuu irra caalaan jihaadaa: Hajjii qulqulluudha».

sirrii Bukhaariitu gabaase Sahiiha bukhaarii - 1520

Ibsaa

Sahaabaan - Rabbiin irraa haa jaallatu-, Rabbiif jecha jihaada fi diinan loluu irra caalaa hojiilee ta'utti kan ilaalan ta'an, Kanaaf Aa'ishaan Rabbiin irraa haa jaallatu dubartoonni akka jihaada godhan nabiyyii -nagaa fi rahmanni irraa haa jiraatu- gaafatte?
Isaanis -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- dubartoota ilaalchisee gara irra caalaa jihaadatti isaan qajeelchan, innis Hajjii qulqulluu Qur’aanaa fi Sunnaan wal simatu kan cubbuu fi na argii irraa bilisa ta’eedha.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Jihaada gochuun dhiirotaaf irra caalaa hojiilee akka ta'eedha.
  2. Dubartootaaf Hajjii gochuun jihaada irra caala, inni isaanif irra caalaa hojiilee keessaa isa tokko.
  3. Hojiileen akka hojjetaatin wal caaltiidha, garaagarummaas qabaatti.
  4. Hajjiin jihaada wanti jedhameef qabsoo lubbuu ofii waliin gadhan waan ta'eef jecha, akkasumas qabeenya fi qaama aarsaa gochuu waan of keessaa qabuuf jecha, waan of keessaa qabuuf, kanaaf inni akkuma karaa Rabbii keessatti qabsaa'utti ibaadaa qaamaa fi qabeenyaati.

Garsisuu hiikowani

57 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
SO Soomaali HSomaaliffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan azriffaa
UZ O‘zbek uzbeekiffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية
KMR Kurmancî الكرمنجية