1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. aqiidaa

hadiisa Addunyaa tana keessatti gabrichi gabricha biraa hin sattaru, Rabbiin guyyaa qiyaamaa isa sattaru malee

عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رضي الله عنه عَنِ النَّبِيِّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ:
«لَا يَسْتُرُ عَبْدٌ عَبْدًا فِي الدُّنْيَا إِلَّا سَتَرَهُ اللهُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ».

Abuu Hureyraa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan:
«Addunyaa tana keessatti gabrichi gabricha biraa hin sattaru, Rabbiin guyyaa qiyaamaa isa sattaru malee».

sirrii Muslimtu gabaase Sahiiha muslim - 2590

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- muslimni kamiyyuu dhimma dhimmoota irraa ta'e wahii keessatti obboleessa kan muslimaa sattaree jennaan, Rabbiin ol ta'e guyyaa qiyaamaa isa sattaru malee akka hin hafne ibsan; galatni gosa hojiitiin waan ta'eef jecha, Rabbiin dhoksuufin, qaanyii fi badiin isaa akka namootatti hin mul'anne taasisuuni, irratti isa herreguu dhiisuu fi isatti kaasuu dhabuunis ta'u danda'a.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Yeroo muslimni tokko yakka hojjate sana isa irratti mormuu, isaaf nasiihaa godhuu fi Rabbiin isa sodaachisuu waliin isaaf dhoksuun karaa ta'uudha, garuu yoo inni warra sharrii fi badii kan ifatti badii hojjatan irraa ta'e isaanif dhoksuun hin barbaachisu; isaanif dhoksuun badii irratti isaan jajjabeessa waan ta'eef jecha, dhimmi isaa warra itti gaafatamummaa qabanitti dabarfama, osoo sana keessatti maqaa isaa dhawulleen ta'ee; waan inni ifaa ifatti hojjataa jiruuf jecha.
  2. Dogoggora namoota biroo akka dhoksan jajjabeessuu.
  3. Faayidaa badii namaaf dhoksuun qabu keessaa: Namni dilii dalage tokko akka badii sana dhiisee gara Rabbiitti towbaa deebi'uuf carraa kennuufiidha, sababni isaas badii fi dhimma qaanii labsuun safuu babal’isuu irraa waan ta’eef jecha, sun immoo haala hawaasummaa balleessa, namoonni akka badii raawwatan kakaasa.

Garsisuu hiikowani

50 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية