1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

hadiisa Isin keessaa namni tokko wuduu'a isaa yoo raawwatee kophee isaa lamaan godhate, itti haa salaatu, isaan irraas haa haxaa’u, eegasii yoo barbaade janaabaaf malee ofirraa hin baasin

عَنْ أَنَسٍ رضي الله عنه أَنَّ رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ:
«إِذَا تَوَضَّأَ أَحَدُكُمْ وَلَبِسَ خُفَّيْهِ فَلْيُصَلِّ فِيهِمَا، وَلْيَمْسَحْ عَلَيْهِمَا ثُمَّ لَا يَخْلَعْهُمَا إِنْ شَاءَ إِلَّا مِنْ جَنَابَةٍ».

Anas irraa akka odeeffametti, Rabbiin isa irraa haa jaallatu, Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan:
«Isin keessaa namni tokko wuduu'a isaa yoo raawwatee kophee isaa lamaan godhate, itti haa salaatu, isaan irraas haa haxaa’u, eegasii yoo barbaade janaabaaf malee ofirraa hin baasin».

sirrii daaraquxniin odeesse sunana daaraaquxnii - 781

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- namni muslimaa tokko erga wuduu’a godhatee booda khuffii isaa lamaan uffatee, sana booda wuduu'a balleessee wuduu’a gochuu barbaade, yoo barbaade isaan lamaan irra haxaa’ee, yeroo murtaa'eef kan isaan lamaan hin baafanne isaan lamaan keessatti salaatuu akka danda'u ibsan, yoo janaabaaf ta'e malee yeroo sana khuffii baafatee dhiqachuun irratti dirqama.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Kophee lamaan irra haxaa'un hin hayyamamu yoo erga wuduu'a guuttatee uffate malee.
  2. Yeroon haxaa’uu jiraataaf: guyyaa tokkoo fi halkan tokko, imaltuudhaaf immoo: guyyaa sadii fi halkan isiiti.
  3. Khuffii lamaan irra haxaa’uun hadasa xiqqoo wuduu'a barbaachisiisan malee hadasa guddaa dhiqannaa nama irratti dirqama taasisu hin ilaallatu, xurii guddaa immoo isa waliin haxaa’uun hin hayyamamu, kophee lamaan ofirraa baasee miila lamaan dhuquun dirqama.
  4. Faallaa Yahuudootaa deemuuf kophee fi waan isa fakkaatu keessatti salaatuun ni jaalatamaadha, Sunis yoo qulqulluu ta’eedha, akkasumas namoota salaatan rakkisuun, ykn masjiida qulqullummaa dhabsiisuun yoo isa keessa hin jiraatini, fakkeenya masjiida keessatti afaa afame irratti kopheen seenee salaatuu hin danda'u.
  5. Khuffii lamaan irra haxaa'uun ummata kanaaf laaffisuuf jecha akka dhufeedha.

Garsisuu hiikowani

51 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية