1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. aqiidaa

hadiisa Karaa warra isin dura turanii taakkuu taakkuun, dhundhuma dhundhumaan Rabbitti kakadhee hordofuuf teessan

عَنْ أَبِي سَعِيدٍ الْخُدْرِيِّ رضي الله عنه قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ:
«لَتَتَّبِعُنَّ سَنَنَ الَّذِينَ مِنْ قَبْلِكُمْ، شِبْرًا بِشِبْرٍ، وَذِرَاعًا بِذِرَاعٍ، حَتَّى لَوْ دَخَلُوا فِي جُحْرِ ضَبٍّ لَاتَّبَعْتُمُوهُمْ» قُلْنَا: يَا رَسُولَ اللهِ آلْيَهُودَ وَالنَّصَارَى؟ قَالَ: «فَمَنْ؟».

Abuu Sa’iid Al-Khudrii irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jaalatu- akkana jedhan:
«Karaa warra isin dura turanii taakkuu taakkuun, dhundhuma dhundhumaan Rabbitti kakadhee hordofuuf teessan, Osoo isaan boolla wakkallee keessa seenanillee isin isaan ni hordoftan» ni jenne: Yaa Ergamaa Rabbii! Yahuudaa fi Kiristaanaa isaan? isaanis ni jedhan: «Eenyu ree?»

sirrii Bukharif muslim irratti waliigalan Sahiiha muslim - 2669

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- waan booda bara isaanitii haalli ummata isaanii tokko tokkoo irratti ta'u himan, kunis amantaa, gocha, aadaa fi duudhaa isaanii keessatti karaa Yahudootaa fi Kiristaanotaa hordofuudha, Hordoffii garmalee ta'e, taakkuu taakkuun, dhundhuma dhundhumaan, hanga yoo isaan boolla wakkallee seenanillee isaan kun isaan duuka isa seenanitti.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Mallattoo Nabiyyummaa isaanii keessaa isa tokko, kunis kan ta'e wanti tokko osoo hin ta’in dura ni ta'a jedhanii dubbatanii akkuma isaan dubbatanitti argame.
  2. Amantii ykn ibaadaa ykn ayyaana ykn uffata isaanii keessatti Muslimoonni akka kaafirootatti hin faakkaanne dhoorguudha.
  3. Fakkeenya qabatamaan nama barsiisuun maloota barsiisa Islaamummaa keessaa isa tokkoodha.
  4. Wakkalleen: bineensa boolli isaa garmalee dukkanaa fi garmalee hafuura ajaa qabuudha, Innis bineensota garaan lafarra loo'an yoo ta'u, gammoojjii keessatti baay’inaan argama. Boolla wakkallee addatti wanni dubbataniif: Baay'ee dhiphina qabaachuu isaati fi gad galummaa isaatif jecha. kanuma waliinuu -faana isaanitii fi karaa isaanii hordofuu isaanii irraa kan ka'een- osoo isaan waan akkanatti dhiphaa ta'ee fi gad galoo ta'ee kana keessa seenanii isaanis inuma seenu, Rabbiin gargaarsifatamaadha.

Garsisuu hiikowani

57 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
UG ئۇيغۇرچە igooriffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
YO Yorùbá yoorbaffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
SO Soomaali HSomaaliffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
CS Čeština cheekiffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
AZ Azərbaycan azriffaa
UZ O‘zbek uzbeekiffaa
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية
KMR Kurmancî الكرمنجية