1. fuula hangafaa ykn tokkoffaa
  2. tarreewwan
  3. fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

hadiisa Bishaan hubboo /gaawwaa lama yoo ga'e najisa/xurii hin baatu (hin Najisaahu)

عَن عَبْدِ اللَّهِ بْنِ عُمَرَ رضي الله عنهما قَالَ: سُئِلَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ عَنِ الْمَاءِ وَمَا يَنُوبُهُ مِنَ الدَّوَابِّ وَالسِّبَاعِ، فَقَالَ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ:
«إِذَا كَانَ الْمَاءُ قُلَّتَيْنِ لَمْ يَحْمِلِ الْخَبَثَ».

Abdullaah bin Umar irraa odeeffame, Rabbiin isaan lamaan irraa haa jaallatu, akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- waa’ee bishaan bineensonnii fi beyladoonni itti deddeebi'anii irraa ni gaafataman, isaanis, nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu, akkas jedhan:
«Bishaan hubboo /gaawwaa lama yoo ga'e najisa/xurii hin baatu (hin Najisaahu)».

sirrii رواه أبو داود والترمذي والنسائي وابن ماجه وأحمد Sunana abbaa daawud - 63

Ibsaa

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- waa’ee murtii bishaan beyladoonni fi bineensonni dhuguuf itti deddeebi’anii fi kan kana fakkaatan irraa gaafatamanii, Akkas jedhan -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu-: Yoo hammi bishaanii gaawwaa gurguddaa lama gahe, kunis: (210) liitira waliin wal qixa, bishaan guddaa waan ta'eef hin najisu, ykn hin xuraa'u, Amaloota isaa sadan: halluu isaa ykn dhandhamaa isaa ykn foolii isaa keessaa tokko waan najisaatin yoo jijjiirame malee.

bu.aa hadiisa irraa

  1. Bishaan najisa kan ta'u tokkoon amaloota isaa sadan, bifa isaa, ykn dhandhamaa isaa, ykn foolii isaa waan najisaatin yeroo jijjiirameedha, Hadiisni kun karaa irra caalaa bahe malee, addattii miti.
  2. Ulmaa'onni bishaan najisummaan/xuraa’ummaadhaan yoo jijjiirame xiqqoos ta’ee baay’ees ta’u guutumatti najisa ta’uu isaa irratti waliigalaniiru.

Garsisuu hiikowani

50 afaan
EN English Ingiliffaa
UR اردو Orduu
ES Español ispeeniffaa
ID Indonesia Indoneziyaffaa
BN বাংলা bangaaliffaa
TR Türkçe turkiffaa
RU Русский hiikaa raashiyaa
BS Bosanski boosniyaffaa
SI සිංහල hiikaa sanhaaliffaa
HI हिन्दी afaan Hindii
ZH 中文 chaayiniffaa
FA فارسی faarisiffaa
VI Tiếng Việt vetenaamiffaa
TL Tagalog tagaaloogiffaa
KU Kurdî kurdiffaa
HA Hausa hoosaa
PT Português portuugaaliffaa
ML മലയാളം malayalaamiffaa
TE తెలుగు tilgoo
SW Kiswahili sawaahiilii
TA தமிழ் afaan taamilii
MY မြန်မာ buurmaaffaa
TH ไทย taaylaandiffaa
DE Deutsch jarmaniffaa
PS پښتو bishtuu
AS অসমীয়া asaamiiffaa
SQ Shqip albaaniyaffaa
SV Svenska suweydiffaa
AM አማርኛ Amaariffaa
NL Nederlands holaandiyaa
GU ગુજરાતી goojaaraatiffaa
KY Кыргызча qargiiziffaa
NE नेपाली neebaaliffaa
LT Lietuvių Hiikaa alleytowaaniya
PRS دری daryaffaa
SR Српски sarbiyaffaa
TG тоҷикӣ xaajiikiyyaa
RW Kinyarwanda keniyaa ruwaandiya
RO Română roomaniyaffaa
HU Magyar majriffaa
MOS Moore الموري
MG Malagasy maalaagaashiyaffaa
KN ಕನ್ನಡ kanadiffaa
WO Wolof الولوف
UK Українська okraaniffaa
KA ქართული الجورجية
MK Македонски المقدونية
KM ភាសាខ្មែរ الخميرية
PA ਪੰਜਾਬੀ البنجابية
MR मराठी الماراثية